Paartiin Badhaadhinaa gama isaan ammoo caasaan ‘raayyaa miidiyaa’ jedhamu ''akka hinjirre’’ deebii BBC’f barreeffamaan deebiseen waakkateera. Keessumaa waajjirri muummee dhaabichaa ...